Lixa Shawaa Geedoo Irraa Barattootni Oromoo 5n Tikoota Wayyaaneen Ukkaamfaman.
Bitootessa 05,2014 Geedoo

1. Darejjee Baqqalaa-barataa kutaa 10ffaa
2. Namarraa Galataa-barataa kutaa 10ffaa
3. Tolasaa Guutaa-barataa kutaa 10ffaa
4. Mokonnin Xuwwii-barataa kutaa 12ffaa
5. Jamaal Abdii-barataa kutaa 12ffaa.
2. Namarraa Galataa-barataa kutaa 10ffaa
3. Tolasaa Guutaa-barataa kutaa 10ffaa
4. Mokonnin Xuwwii-barataa kutaa 12ffaa
5. Jamaal Abdii-barataa kutaa 12ffaa.
Barattootni kun yakka tokko malee yaadannooma barataa kanaaf godhameen tikoota wayyaaneetiin hara Bitootessa 05 qabamanii ukkaanfamanii jiru jedha Qeerroon magaalaa Geedoo irra.
Gabaasa bara darbee:- http://qeerroo.org/?s=Wandimmuu+Daammanaa+&submit=Searchhttp://qeerroo.org/2014/03/05/lixa-shawaa-geedoo-irraa-barattootni-oromoo-5n-tikoota-wayyaaneen-ukkaamfaman/
No comments:
Post a Comment