Gootonni Barattooti Oromoo Jimmaa Gamtaan Wal Qindeessanii Diddaa Gaggeessaniin Waajjira Poolisaa Jimmaa Deemuun Barattoota 8 Hidhaa Irraa Baafatan!
Ebla 23,2014 Jimma

- Barataa Falmataa Bayechaa, mummee medicine waggaa 5ffaa
- Barataa Galaanaa Ababaa, mummee Governance and Developmental studies waggaa3ffaa
- Barataaa Gadaa Darajjee, mummee Governance and Developmental studies waggaa 3ffaa
- Barataa Zabbanaa Barasaa, Mummee Afaan Oromoo folklore waggaa 3ffaa
- Barataa Israaeel Haptamuu, mummee barataa Educational planning
- Huseen , muummee Information Technology (IT) waggaa 3ffa
- Barataa Abdii Turaa mummee Seeraa waggaa 5ffaa mooraa Main Cumpass irraa,
- Barataa Mooiiboon Baqqalaa , mummee health officer waggaa 2ffaa
Barattootni kun haala kanaan gadhiifamanii guyyaa beellama dicipline Yuunibarsiitii kibxataa kana eeggachaa jiru
.
.
No comments:
Post a Comment