Uummanni Oromoo Godina Lixa Shawaa Magaalaa Amboo Humnaa fi Dirqamaan EPRDF Deggeree Akka Hiriira Bahuuf Ajajii fi Qajeelfama Aangawoota Wayyaanee Irraa Kallattiin Qophaayeef ,Jiraattoti Aanaa Amboo Diddaan Dura Dhaabachuuf Qophiitti Jiru.
Waxabajjii 21,2014 Amboo

Wayyaaneen hiriira kana Yeroo lama uummata Baasuuf yaalii gootee diddaa uummataan kan duraa fashalaa’ee yoo ta’uu yeroo 3ffaaf uummaata dirqisiisuu fi shororkeessuu irratti argamti. Haala uummata Oromoo kessaattuu jiraattoota Magaalaa Amboo yoo hiriira kana baatanii hin hirmaattan ta’ee Rakkinoota Armaan Gadii kanatu isin eeggata jechuun uummata shororkeessuu irratti argamti:
1. Manneen daldalaa keessan ni cufama,
2. Gaaffii tokkoo malee hidhaa baatii sadii hanga jahaatiin adabamtuu,
3. Ijoolleen keessan bakka isin arguu hin dandeenyetti hidhamu,
4. Namoota asiin fuldura FDG keessatti hirmaatanii ajjeefamaniif itti gaafatamtu,
5. Warraaqsaa FDG mootummaa garagalchuuf godhamaa jiruuf itti gaafatamtu jechuun uummaata humna waraanatti fayyadamuun maqaa garee fi gooxii jedhuun walitti qabuun sodaachisuuf olola kana oofa jiran illee uummaanni gochaa shororkeessuummaa mootummaan Wayyaanee Oofaa jiru kana balaaleffachuu irratti argama; kanaan wal qabatee uummaanni nagaan qe’ee isaa irra qabamee hidhamaa jira.Uummanni Amboo Qeerroo Bilisummaa Waliin Hiriire Gamtaan Ka
No comments:
Post a Comment